Pandemic Darlings The pandemic economy, in original documents
Home Source documents Restaurant Revitalization Fund Overview (Oromo)

Restaurant Revitalization Fund Overview (Oromo)

Summary

Oromo-language version of the SBA overview of the Restaurant Revitalization Fund (RRF), form 102. It explains that the RRF provides funding to help restaurants and other eligible businesses that lost revenue in the pandemic keep their doors open, which does not have to be repaid if used for eligible purposes. It lists eligible businesses, such as restaurants, food trucks, caterers, bars, breweries and wineries, some of them only if onsite sales to the public make up at least 33% of gross receipts. It explains how to apply through SBA-recognized point-of-sale partners or the online portal at restaurants.sba.gov and where to get help.

Summary drafted by a model from the document's text below and checked by script against that text before publication. It is a navigation aid, not a reading of what the document proves. Where AI is used

Full text

                                                                                  102 - Oromo - Afaan Oromoo
                                                    Bulchiinsa daldalaa
                                                    xixiqqoo U.S


Maallaqa Fooyyessuu Mana Nyaataa
Labsiin Karoora Ofkolchuu Amerikaa manneen nyaataa fi hojiileen daldalaa biroon kan ulaagaa guutan
balbala isaanii banaa akka ta’u gargaaruuf mallaqan deggeruuf jecha Maallaqa Fooyyessuu Mana Nyaataa
(RRF) hundeessee jira. Sagantaan kun manneen nyaataa hojii daldalaatiif hanga isaan sababa falamaan galii
dhabanin walqixa hanga miliyoona $10 tti akkasumas miliyoona $5 iddoo issanin maallaqa gargaarsaa kan
kennudha. Kan maallaqa kana fudhatan hanga fayyadama ulaagaa gutuuf itti fayyadamanitti hanga
Bitootessa 11, 2023 deebisuuf hin dirqamani.

Dowwadhaa www.sba.gov/restaurants odeeffannoo dabalataaf.

Eenyu kan iyyachuu danda’u
Qaamoleen ulaagaa guutan kan dhukkubaan walqabatee galii kasaaran:

o   Restoraantii                                          o   Kan Daabboo Toshan*
o   Dhaabbata nyaata, konkolaata nyaata, gariile          o   Dhaabilee oomishaa dhugaatii xixiqqaa, kutaa
    nyaata                                                    itti qammasan, manneen dhugaatii
o   Nyaata kan kennan                                         uummataa*
o   Mana dhugaatii, Saloonii, lawuunjii, mana             o   Warshaalee Biiraa fi/ykn warshaalee biiraa
    dhugaatii                                                 xixiqqaa*
o   Manoota ciree fi manneen dhugaati alkooliin           o   Warshaalee Wayini fi alkoolii*
    alaa                                                  o   Mana bunaa xixiqqaa*
o   Meeshaalee hayyama qabaan yookiin iddoo
    oomisha kan hawaasnii ittiin dhandhamuu,
    eddattuu, yookiin omishaalle kan bitaatuu

*Yoo Naga'ee waligala parsantii 33% kan gurbuurta iddoo hawaasaa irraa ta'e

Yoomi fi akkamin iyatama
Kara Michoota Manneen Nyaataa qabxii gurgurtaa SBAn beekamtii kenneef tiin ykn kallattidhaan poortaalii
onlaayinii iyyannoo kan dhufuuf jiru https://restaurants.sba.gov irratti iyachuu dandeessu.

SBAn yeroo itti iyyanniimeelii fi miidiyaalee hawaasummaa irratti banamu ni beeksisa. Beeksiisa imeelii
kenyaaf www.sba.gov/updates irratti galma'uu ni dandeessu yookiin sararaa hawaasaa kenyaa
www.sba.gov/social-media irratti argadha.

Yommuu iyyattan ragaale dabalataa barbaachisu danda’u. Tarree gutuu arman gadii irratti ilaala
www.sba.gov/restaurants.


Iyyannoo keessaniif gargaarsa argadhaa.
Iyyannoo keessan qopheefachuuf gargaarsa argachuuf kan armaan gadii bira deemuu dandeessu:
o   Gargaarsa giddugala bilbilaa: 1-844-279-8898 (Sa'atilee: Wixataa-Jimaata 8am-8pm ET)
o   Waajjira Distiriktii SBA keessan www.sba.gov/local-assistance irratti
o   Naamunaa unka iyyannoo fi tarreen qajeelfama sagantaa afaan heeddutiin www.sba.gov/restaurants
    irratti argama.


File and source

File
2021-05_Oromo-Restaurant-Revitalization-Fund-Overview.pdf
Size
151,892 bytes
SHA-256
ee7d94dca4e10d612440a3236e0f12a8c33c02eed68db552c36e49af376aacb9
Our copy
2021-05_Oromo-Restaurant-Revitalization-Fund-Overview.pdf
Original
www.sba.gov
Back to top